Si Gaggeessaa

Si Gaggeessaa a song by Kemer Yousuf on Foxsoundi — Free Music, Smart Streaming for Everyone

Si Gaggeessaa by Kemer Yousuf

Si Gaggeessaa Lyrics

[00:18.62] Hiirriiyo hee hiirriiyo hee
[00:22.19] Si gaggeessaa mani kee essa
[00:25.23] Hiirriiyo hee hiirriiyo hee
[00:27.82] Si gaggeessaa mani kee essa
[00:31.08] Obboletti seeraa maggalaa
[00:34.40] Maarttikeetu farddan sakkalaa
[00:37.91] Si gaggeessaa mani kee essa
[00:41.31] Obboletti seeraa maggalaa
[00:44.72] Maarttikeetu farddan sakkalaa
[00:47.82] Si gaggeessaa mani kee essa
[00:51.79]
[01:07.11] Hiirriiyo hee hiirriiyo hee
[01:10.89] Si gaggeessaa mani kee essa
[01:14.06] Hiirriiyo hee hiirriiyo hee
[01:17.16] Si gaggeessaa mani kee essa
[01:20.94] Barrbares barrbbaarr ciissaa
[01:23.91] Maarttikeetu gaffaa gaddisa
[01:26.97] Si gaggeessaa mani kee essa
[01:30.11] Hiirriio tenyaa hiirriiyo tenyaa
[01:33.92] Gargar bannee maal malii kenyaa
[01:37.24] Si gaggeessaa mani kee essa
[01:40.35] Annu beeka (mana keessa)
[01:44.41] Annu beeka (fuulaa keessa)
[01:47.45] Annu beeka (mana keessa)
[01:50.98] Annu beeka (biyyo keessa)
[01:53.83] Annu beeka (tessoo keessa)
[01:57.06] Annu beeka (biyyo keessa)
[01:59.96] Annu beeka (fuulaa keessa)
[02:02.90] Annu beeka (suraa keessa)
[02:05.92] Annu beeka (si gaggeessaa)
[02:08.87] Annu beeka (si gaggeessaa)
[02:11.88] Annu beeka (si gaggeessaa)
[02:15.36] Annu beeka (nut'u si geesaa)
[02:19.96] Hiirriiyo hee hiirriiyo hee
[02:22.51] Si gaggeessaa mani kee essa
[02:26.17] Hiirriiyo hee hiirriiyo hee
[02:29.13] Si gaggeessaa mani kee essa
[02:32.41] Akka rasee dhibee mataa ishii
[02:35.68] Akka rasee dhibee off basii
[02:38.85] Si gaggeessaa mani kee essa
[02:42.03] Hiirriio bontu hiirriiyo bontu
[02:45.81] Bona waalin heeruuma hin ooltuu
[02:49.25] Si gaggeessaa mani kee essa
[02:52.11] Si gaggeessaa mani kee essa
[02:56.78] Si gaggeessaa mani kee essa
[03:00.52] Si gaggeessaa mani kee essa
[03:04.86] Si gaggeessaa mani kee essa
[03:09.08] Si gaggeessaa mani kee essa
[03:13.29] Si gaggeessaa mani kee essa
[03:17.17] Si gaggeessaa mani kee essa
[03:21.11] Si gaggeessaa mani kee essa
[03:25.53] Si gaggeessaa mani kee essa
[03:29.22] Si gaggeessaa mani kee essa
[03:33.62] Si gaggeessaa mani kee essa
[03:37.49]

From the album: Oromiyaa